Skip to content
zeno
Create a Station
Explore
Podcasts
Audiobooks
Bible
By Genre
By Location
By Language
Religious
Music
News
Download App
Opens in a new window
Toggle Sidebar
zeno
SBS
SBS Afaan Oromoo
Daily News
Oromo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Website
Episodes
Episodes
283
28 October 2026
Mastering English proficiency: steps to boost your language skills - Ga'umsa Afaan Inglishii qabaachuu"Tarkaanfiwwan dandeettii afaan Inglishii kee guddisan-AE
Learning English can serve as both a requirement for your student visa and a pathway to future academic pursuits. It also has the potential to enhance your career prospects or become a personal goal. With so many study options and informal learning opportunities, there should be few obstacles to improving your English skills. - Afaan English barachuun bartooti hayyama viizaa argachuu isaan...
12 min
28 October 2026
Bonus Practice: #118 Losing a job (Med) - Shaakala dabalaa: #118 Hojii dhabuu (Med) SBS Learn English
Practise speaking the dialogue from episode #118 Losing a job (Med). - Qophii #118 Hojii irraa hari'amuu jedhu irraa jechoota haaraa shaakalaa.Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
4 min
28 October 2026
Bonus Practice: #119 Talking about hay fever (Med) - Shaakala Dabalaa: #119 Waa'ee hay fever dubbanna(Med)
Practise speaking the dialogue from episode #119 Talking about hay fever (Med). - Waa'ee dhukkuba yeroo daraaraan harca'uu irraa dubbachuun afaan waliin dubbannaa shaakalaa #119 Waa'ee hay fever irraa dubbanna (Med).Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
4 min
28 October 2026
#119 Talking about hay fever (Med) - #119 waa'ee hay fever dubbanna (Med)
Learn English useful for talking about hay fever. Practise everyday phrases for describing symptoms, talking about medicine, and responding kindly when someone has hay fever. - Waa'ee hay fever(dhibee wanneen daraaraa irraa harca'un nama hubu) irraa dubbachuun afaan barattu. Mallattoo dhibee kanaa fi waa'ee qorsa fudhatamuu, akkasumas nama hay fever qabeen haala toltanii dubbachuuf jechoota...
12 min
26 October 2026
How people shape change, and why your voice matters | How Australia Works - Akkamiin seera morodu, maaliifis sagaleen kee barbaachise|Akka itti Jireenya Australia
Can a small group change a local council decision? When Julie learns her community library may close, she joins other residents in a campaign to save it. Her story explores how you can take part in Australian democracy by signing petitions, attending community meetings, contacting councillors and voting. - Gareen xiqqaan murtoo gumii naannoo(council) jijjiiruu danda’aa? Julie manni kitaabaa...
6 min
21 October 2026
Jijjiirama tajaajila Afaanota Australia irratti SBS gamaaggama haaraa taasisa- Maree
Kanneen Afaan lama dubbattan fi maatiin godaantotaa hedduun sagantaa radio Afaan SBS dhaggeeffachuudhaan waan wal qabatu yaadannoo dhuunfaa ofii isaanii ni qabu. Sagantaan kun waggoota dabraniif babal’achaa fi guddachaa deemee jira. Amma yeroon tajaajila kennaa tureen jijjiirama hawaasa keessatti calaqisaa jiru, Australia ammayoofteef maal akka barbaachisu ilaalchisee Tajaajila Afaanii Gulaaluu...
6 min
21 October 2026
How can we stop domestic violence at the start? - Akkamiin dursanii jeequmsa mana keessaa ittisu?
How can we help raise children to be respectful partners when social media has such a strong influence? Learn how to talk to young people and encourage open conversations to ensure that we end gender-based violence. - Saba himaalee dhiibbaa hamaa geessisaa jiru kana keessatti ijoolleen karaa itti maatii gaarii ijaarratani irrattti akkamiin guddisuu dandeenya? Dargaggoota waliin iftoominaan akka...
17 min
19 October 2026
How laws change, and why it takes time | How Australia Works - Seerri akkamitti jijjiirama, maaliifis yeroo fudhata /Akka itti Jireenya Australia
How do laws change in Australia? Through Rodney Croome’s campaigns for human rights and marriage equality, learn how personal stories, community action, courts and parliament can help change the law, and why the process can take time. - Australia keessatti seerri akkamitti jijjiirama?Duula mirga namoomaa fi walqixxummaaf Rodney Croome taasiseen, seenaan dhuunfaa, akkamitti tarkaanfiin hawaasaa,...
5 min
12 October 2026
How laws are made, and how they affect you | How Australia Works - Seerri akkamitti tolfama, akkmittis dhiibbaa sirratti qabaata|Akka itti Jireenya Australia
How are laws made in Australia? Through Wurundjeri Elder Uncle Dave Wandin’s story of the Birrarung, also known as the Yarra River, learn how an idea becomes a bill, passes through Victoria’s parliament and receives royal assent, the formal approval that makes it law. - Australia keessatti seerotni akkamtti tolfamu? Karaa seenaa maanguddoo Wurundjeri Uncle Dave Wandin’s nama Birrarung, akkasumas...
10 min
05 October 2026
Why power is split, and how that protects you | How Australia Works - Aangoon maaliif adda baafama, sunis akkamitti si eega | Akka itti jireenya Australia-
After receiving a fine for not wearing his motorbike helmet correctly, Hugo decides to have the matter heard in court. His story explains how Parliament, government and the courts have different roles, and how some official decisions can be questioned. - Namni Hugo jedhamu motora yeroo oofu gonfoo eeggannoo mataatti kaayyachuu dhabuu isaatiin addabbii maallaqaa erga isa argateen booda dhimmichi...
6 min