Skip to content
Opens in a new window
#121 Picking up a prescription (Med) - #121 Waraqaa qorsa ittiin bitattu fudhachuu (Med) - Learn English
18 November 2026

#121 Picking up a prescription (Med) - #121 Waraqaa qorsa ittiin bitattu fudhachuu (Med) - Learn English

SBS Afaan Oromoo

About
Learn English useful for picking up prescription medicine. Practise phrases for filling a prescription, asking how to take medicine, understanding the instructions on a medicine label, and checking possible side effects and interactions with other medicines. - Ogeessa fayyaa kee biraa waraqaa qorsa ittiin bitattu fudhachuu irraa dubbachuun jechoota Afaan Inglishii barbaachisoo tahan baratta. Akkamitti akka argattu, akkamitti qorsa akka fudahttu, akkasumas qajeelfama qorsa itti fudhattu qorsicha irratt barreeffamee jiru kana hunda baruuf waliin dubbannaan taasiftu afaan fooyyeffachuu si gargaara. Qorsa fayyummaaf fudhattu fafa akkam qaba, qorsa kaan waliin akkamiin wal dhaba kana hunda yeroo waliin haasoftu jechoota haaraa hedduu baratta.

Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.
- Keep practising the phrases from this episode and test what you’ve learned with our quiz here.