28 October 2026
Mastering English proficiency: steps to boost your language skills - Ga'umsa Afaan Inglishii qabaachuu"Tarkaanfiwwan dandeettii afaan Inglishii kee guddisan-AE
SBS Afaan Oromoo
About
Learning English can serve as both a requirement for your student visa and a pathway to future academic pursuits. It also has the potential to enhance your career prospects or become a personal goal. With so many study options and informal learning opportunities, there should be few obstacles to improving your English skills. - Afaan English barachuun bartooti hayyama viizaa argachuu isaan dandeessisuutti dabalee barmootaa isaanii kan gara fuulduraaf hordofuufis isaan gargaara. Akkasumas, jireenya isaanii jabeeffachuu ykn waan akeekkan guuttachuuf isaan gargaara. Filmaata barbmootaa heddeuu jiruu fi carree barachuuf mijjatee jiru keessatti danqaalee mudatan irra aanuudhaan Afaan English barbachuun siif danda’ama.