18 November 2026
What does Kumanjayi mean? Understanding Sorry Business - Kumanjayi jechuu maal: Hubannoo Sorry Busines- Australia Explained
SBS Afaan Oromoo
About
When someone dies, families and communities may have cultural practices and responsibilities around mourning. For many Aboriginal and Torres Strait Islander people, this is known as Sorry Business. There is no single way to observe Sorry Business. Practices differ between communities, families and language groups. Learn about what Sorry Business can involve, what the term “Kumanjayi” means in some Central Australian communities, and how you can show care when someone is grieving. - Yeroo namni tokko du’u maatii fi hawaasni naannoo gaddaatti taatee aadaa fi itti gaafatamummaa qabaachuu danda’u. Namoota Aboriginal fi Torres Strait Islander hedduudhaaf, kun Sorry Business jedhamuun beekama. Karaan tokko qofa Sorry Business itti ilaallu hin jiru. Taateen hawaasa, maatii fi garee afaanii gidduutti garaagarummaa qaba. Waa’ee Sorry Business maal of keessaa qabaachuu akka danda’u, jechi “Kumanjayi” jedhu hawaasa Giddugaleessa Australia tokko tokko keessatti maal jechuu akka ta’e, akkasumas yeroo namni tokko gadda jiru akkamitti kunuunsa agarsiisuu akka dandeessu baradhu.
#sbsaudiopodcast - #sbsaudiopodcast
#sbsaudiopodcast - #sbsaudiopodcast