25 November 2026
What are feral and invasive animals in Australia? - Bineesotni daggalaa(feral) fi weerartootni Australia keessaa maal? - Australia Explained
SBS Afaan Oromoo
About
Feral and invasive animal species are causing significant damage to Australia’s environment and threaten the existence of many native wildlife species. In this episode of Australia Explained learn about feral and invasive animal species in Australia and what is being done to control them. - Gosoonni bineensota bosonaa(mana irraa daggala galan- feral) fi weerartootaa naannoo Australia irratti miidhaa guddaa geessisaa kan jiran yoo ta’u, jiraachuu gosoota bineensota bosonaa dur-jireettii hedduu balaadhaaf saaxilaa jiru. Kutaa Australia Ibsuu jedhu kana keessatti waa’ee gosoota bineensota bosonaa kanaa fi weerartootaa Australia keessa jiranii fi isaan to’achuuf maaltu akka hojjetamaa jiru baradhaa.