16 September 2026
Travelling safely in rural and remote Australia - Baadiyaa fi lafa fagoo Australia keessa nageenyaan imaluu - Australia Explained
SBS Afaan Oromoo
About
Australia is a vast and diverse country to explore, but driving in rural and remote areas can involve conditions you may not encounter in cities. Knowing what to expect and how to prepare can help you travel more safely and confidently. - Biyya Australia guddoo fi aada daneettii biyyaa isin ilaaluu qabdani dha garuu gara baadiyaa fi naannawa fagoo yeroo ooftan haallan magaalaa keessatti hin agarre isin mudachuu danda’a. Daandii gara baadiyaa geessu irra yeroo deemtan maaltu isin mudachuu akka malu beekuu fi dursitanii of qopheessuun nageenyaa fi of irratti-amantummaan geessanii deebi’uuf isin gargaara.