
01 July 2026
The Torres Strait Islander Flag: Land, Sea and People - Torres Strait Islander: Alaabaa, Dachee, Glaanaa fi Ummata - Australia Explained
SBS Afaan Oromoo
About
In Australia, you might see three flags flying together: the Australian National Flag, the Aboriginal Flag and the Torres Strait Islander Flag. Aboriginal peoples and Torres Strait Islander peoples are the two distinct Indigenous peoples of Australia, each with their own histories, cultures, languages and flag. For many Torres Strait Islander people, the flag is a powerful symbol of identity and belonging, whether they live on the islands, the mainland or overseas. - Australia keessatti tarii alaabaa gosa sadii waliin balali'an agartan taha.? Alaabaa Biyyaalessaa Australia, Alaabaa Aboriginal fi Alaabaa Torres Strait islander. ummattootni Aboriginal fi Torres Strait Islander ummattoota adda addaa Abbootii Dachee Australia ti, Lachanuu seenaa, aadaa, afaanii fi alaabaa ofii qabu. Ummattoota Torres Strait Islander hedduuf , alaabichi mallattoo humna qabeessa, eenyummaa fi of-tahummaa ti, yoodhuma illee cita lafaa, biyya guddaa ykn biyya biroo jiraatanis.