05 August 2026
Ob Abdallaa Sheekaa fi ob Bantii Ol'iiqaa lakkoofsa ummataa - Census ilaalchisee
SBS Afaan Oromoo
About
Obbo Bantii Ol'iiqaa fi obbo Abdallaa Sheekaa, lakkoofsa ummataa ykn Census Australia torban dhufu gaggeeffamuuf deemu, hawaasni keenya sirriitti hubatee guutuu qaba jedhu. Guyyaan Kibxata(Tuesday) Hagayya ((August) 11,2026 galgala yeroo tahu, namootni waraqaa argatanis dursanii guutuu danda'u jedhu. Aadaa fi afaan ofii sirriitti dhugummaan guutuun tajaajila barbaachisu hawaasichi argachuu irratt bu'aa qabaachuu irra dabree bakka bu'ummaa ofii dhugoomsuu dhas jedhu obbo Abdallaa fi obbo Bantiin. Caalaatti hubachuuf caqasaa.