21 October 2026
Jijjiirama tajaajila Afaanota Australia irratti SBS gamaaggama haaraa taasisa- Maree
SBS Afaan Oromoo
About
Kanneen Afaan lama dubbattan fi maatiin godaantotaa hedduun sagantaa radio Afaan SBS dhaggeeffachuudhaan waan wal qabatu yaadannoo dhuunfaa ofii isaanii ni qabu. Sagantaan kun waggoota dabraniif babal’achaa fi guddachaa deemee jira. Amma yeroon tajaajila kennaa tureen jijjiirama hawaasa keessatti calaqisaa jiru, Australia ammayoofteef maal akka barbaachisu ilaalchisee Tajaajila Afaanii Gulaaluu ilaaluuf of qopheessuu bira gahamee jira. Gamaaggamni kun ummata ni marihachiisa. Itti-bahi gulaallii kanaas waggaa dhufu baatii Fulbaanaa keessa labsama. Mareen ummataaf banaa dha.