12 October 2026
How laws are made, and how they affect you | How Australia Works - Seerri akkamitti tolfama, akkmittis dhiibbaa sirratti qabaata|Akka itti Jireenya Australia
SBS Afaan Oromoo
About
How are laws made in Australia? Through Wurundjeri Elder Uncle Dave Wandin’s story of the Birrarung, also known as the Yarra River, learn how an idea becomes a bill, passes through Victoria’s parliament and receives royal assent, the formal approval that makes it law. - Australia keessatti seerotni akkamtti tolfamu? Karaa seenaa maanguddoo Wurundjeri Uncle Dave Wandin’s nama Birrarung, akkasumas Yarra River, jedhamuun beekamuu yaadni tokko akkamitti akka wixinee seera ta'ee, paarlaamaa Victoria keessa dabree eyyama moototaa akka argatu, kunis eeyyama sirna seeraa kan isa taasisu.
How Australia Works is an SBS podcast that uses real stories and clear explanations to help you understand how government work in Australia, how laws are made and changed, and how you can have a say. Listen to the series and find shorter versions in 60 languages on the How Australia Works main page. - Akka itti jireenya Australia kan jedhu poodkastii SBS, seenaa dhugaa fi ibsa ifaa fayyadamee Australia keessatti akkaataa itti mootummaan hojjetu hubachuuf isin gargaara, akkasumas akkamitti akka seerri bahu fi jijjiiramu, isinis keessatti yaada akkamitti akka kennattan hubachuuf isin gargaara. Qophiilee wal duraa duubaan afaanota 60n qophaawan fuula isa jalqabaa Akka itti jireenya Australia ( How Australia Works main page) irraa dhaggeeffadhaa.