26 August 2026
Can you pick fruit from someone's garden? - Ooyiruu namaa keessaa fuduraa fi kuduraa cirachuu dandeessuu? - Australia Explained
SBS Afaan Oromoo
About
Walking through an Australian suburb, you might spot everything from curry leaves and lemons to tomatoes and herbs growing in front gardens or on verges. But is it legal to pick it? This guide explains when it's legal to pick produce, why permission matters, and how community gardens offer another way to grow your own food. - Naannawa Australia keessa yeroo deemtan tarii biqiltoowwan kanneen akka baala urgooftuu fi loomil irraa haga timaatimatti manneen namaa fuulduratti biqilanii ykn qarqara karaatti biqilanii arguu maltu. Garu cirachuun seeraan ehamamaa dhaa? Qophiin kun yeroo itti oomisha akkasii fayyadamuun ehamamuu fi ehamnis maaliif barbaachisaa akka tahe akkasumas qonnaan hawaasaa karaa biraa isin ittiin fayyadamtanii oomisha barbaaddan itti qotatachuu dandeessan tahuu ibsa.