Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained
01 April 2026

Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained

SBS Afaan Oromoo

About
Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa keessatti ayyaana guddaatti ilaalama. Garuu amantii kam iyyuu yoo tahe, namoota baay’ee Australia keessaaf Ayyaanni Easter boqonnaa dheeraa dhuma torbee irratti argataniin wali hidhata. Sochiiwwan alaa fi walga’ii hawaasummaa wajjin wal qabatas, yeroo kanattis qophiilee alatti taasisamuufii wal argee hawaasumaatu heddummata. Manni barmootaas cufamaa tahuu isaa irraa kan ka’e, ijoolleen duudhaa aadaa isaanii fi kabajatnaa adda addaa maatii waliin hirmaachuuf carraa hedduu argatu. saanti beekuu qabdan kunoo ti.