Skip to content
Opens in a new window
Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turtei- obo Baarentoo Gadaa
10 September 2026

Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turtei- obo Baarentoo Gadaa

SBS Afaan Oromoo

About
Keessummaan qophii keenya har'aa obbo Baarentoo Gadaa ti. aaf-gaafii waliin taasifne caqasuun qophii keenya torban torbaniin dabrus faana bu'uu hin dagatinaa. Artistii fi Falmattuun mirga namoomaa aadde Ilfinesh Qannoo addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Artis Ilfinesh, nama ijoollee dubaraa lama qabdu fi haala tasgabbaa'insa biyya keessaa dhabamuu irraa kan ka'e yeroo dheeraaf biyya Norway jiraachaa turte.