Opens in a new window
Argentina fi Switzerland tapha xumuraatti dabraniiru- FIFA WC 2026
08 July 2026

Argentina fi Switzerland tapha xumuraatti dabraniiru- FIFA WC 2026

SBS Afaan Oromoo

About
Argentina Masrii waliin taphachuun deebitee erga qabxii ajaai’bsiisaa galmeessiteen booda, Switzerland ammo tapha adabbii ajaa’ibaatiin Colombia injifachuun booda amma taphattootni lameenuun geeba FIFA addunyaa xumuraaf harki tokko hafe hirmaachuuf dabraniiru.