Aadaa bareedaa qabnu jabeeffachuuf dirqama qabna jedhti Ade. Fayinee Qaabatoo
19 November 2025

Aadaa bareedaa qabnu jabeeffachuuf dirqama qabna jedhti Ade. Fayinee Qaabatoo

SBS Afaan Oromoo

About
Qophiin keenya SBS Afaan Oromoo irraa torbee Roobii karaa podcast isin dhaqqabu keessummaa qabatee isinii dhihaateera. Keessummaan keenya har’a Aadde Faynee Qabatoo ti. Ani maatii baayyee of biraa yoon qabaadhe illee, walitti dhufeenyi dubartootaa addatti ammoo guyyaa shanan kiyya irratti na bira dhaabbachuutti gammachuu addaatu natti dhagahame jedhti. Aadaa keenya kana itti fufsiisuufis dirqama qabna jedhti aadde Fayineen.