Opens in a new window
2026 Census: What you need to know to ensure you’re counted - Lakkoofsa Ummataa Australia (Census): Lakkoofsa keessa jiraachuuf maal beekuu qabdu- Australia Explained
15 July 2026

2026 Census: What you need to know to ensure you’re counted - Lakkoofsa Ummataa Australia (Census): Lakkoofsa keessa jiraachuuf maal beekuu qabdu- Australia Explained

SBS Afaan Oromoo

About
The 2026 Census is on Tuesday 11 August and every person in Australia on this night must be counted. Census data is used to understand where we live, the languages we use at home (including Auslan), the support we need and how Australia is changing as a nation. Being counted helps ensure your community, culture and beliefs are represented. Here’s what you need to know about completing the Census for your household. - Lakkoofsi ummataa(Census) bara 2026 Kibxata(Tuesday) Hagayya (August) 11 yoo ta’u namni halkan kana Australia keessa jiru hundi lakkaa’amuu qaba. Daataan lakkoofsa ummataa bakka jiraatnu, afaanota mana keessatti dubbatnu (Auslan dabalatee), deeggarsa nu barbaachisu fi akkaataa biyyai Australia akka sabaatti jijjiiramaa jirtu hubachuuf kan gargaaru dha. Lakkaa’amuun hawaasni kee, aadaan kee fi amantaan kee bakka bu’ummaa akka qabaatu gargaara. Waa’ee Lakkoofsa Ummataa mana keessaniif xumuruu wanti beekuu qabdan kunooti.