

halaal radio
Tamsaasa kallattii afaan oromootiin sa'aa 24/7 kan tamsa'u halaal radion haala gaariidhaan studio tokko malee dabarsaa jira kanaaf hawaasni keenya waan dandeeysaniin tumsitanii studio akka itti gootan isin gaafanna halaal radio tumsuudhaaf lakkoofsa herrega baankii hojii gamtaa oromiyaa
1008500454649
Maqaan gammachuu mohammad bakar
Download App
Donations
Oduu gammachiisaa
Halaal median tamsaasa kallattii gama radio internetaatiin eegalee jiraa tamsaasa kallattii halaal radio station dhaggeeyfachuuf linkii asii gadii tana gadi qabuu qofaan dhaggeeyfadhaa
https://zeno.fm/radio/halaal-radio-f46x/
Gama appilkeeshiniidhaatiin hordofuuf linkii asii gadii kana xuquudhaan appilcatin halaal media
Buufadhaa
https://www.appcreator24.com/app2897380-0431rm
Yeroo tattaaffii jabaa booda sadarkaa kanarra halaal median gahuu agarru gammachuu guddaatu nutti dhagayama
Announcement
November 19, 2025
https://stream.zeno.fm/rqx24qj7offvv.pls
Halaalradio











