zeno
Create a Station
Explore
Religious
Music
News
Podcasts
Bible
By Genre
By Location
By Language
Download App
Toggle Sidebar
zeno
SBS
SBS Afaan Oromoo
Daily News
Oromo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Website
Episodes
219
01 April 2026
Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa
Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.
9 min
01 April 2026
Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained
Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa...
11 min
25 March 2026
Umruu 66tti boqotte- Barsiiftuu, guddistuu aartii Saboota Duraa adaadee Rhoda Roberts
SBS keessatti bakka guddaa kan Qabdu falmattuun mirga Abbootii Dachee dubartii Widjabul Wia-bal , Adaade Rhoda Roberts, uburii ishee wagga 66tti boqochuun dhaamsa kara karaa maatii dhaqqabaa jira. Bitootessa 21, dhibee irra tureen kan boqotte adaadee Rhoda Roberts Barreessituu, taatoo fi director taatee aartii agarsiisaa fi waltajjii fi akkasumas TV irrattis tajaajila kennaa kan turte jaalala...
10 min
25 March 2026
#106 Mmm or Hmm? Trying new and unusual food - #106 Nyaata haaraa ykn nyaattanii hin beekne yaaluu
Learn useful English for talking about unusual or strong flavours. Practise everyday phrases for reacting to new foods, sharing opinions, and encouraging someone to try something new. - Waa'ee nyaata nyaattanii hin beeknee ykn kan mi'aawinni isaa addaa irraa dubbachuun jechoota afaan Inglishii hedduu barattu. maqaa nyaata haaraa irraa dubbachuu, yaada wal jijjiiruun jechoota haaraa shaakalaa,...
8 min
18 March 2026
Ps Amaanuel Akaakoo dhimma galma hawaasaa ijaaruu - Communtiy Activties
Kibba Melbourne keessatti galma hawaasaa ijaaruun barbaachisaa dha jedhnee kan walii galle, hirmaatnaa hawaasa keenyaa barbaadna jedha Pastor Amaanuel Akaakoo.
7 min
18 March 2026
Shek Aburahman Mohammed- Dhaamsa Ramadan - Ramadan
Yeroo ammaa hawaasni keenya amantii Islaamaa hordofan soomana irra jiran.Shek Abdurahman Mohammed , Magaalaa Melbourne Australia keessaa kanneen Oromiyaa jiran dabalatee Ramadana nagaa fi fayyaan hawwa jedhan.
9 min
18 March 2026
Think before you pack: Australia’s customs and biosecurity rules explained - Imalaaf utuu mi’a hin naqatin dura itti yaaduu: Seerri eegumsa nageenyaa Australia - Australia uexplained
Customs is generally the first point of contact for people entering Australia. Our Border Force Officers are there waiting. They ensure that we don’t bring in prohibited goods that could threaten Australia’s unique environment, economy and communities. Before you zip up your suitcase, here’s what you need to know about what can—and can’t—cross the border, and what’s at stake if biosecurity rules...
12 min
10 March 2026
#105 Celebrating small wins at work - #105 Milkaa'ina bakka hojii jejachuu ykn kabjachuu
Learn useful English for talking about small wins at work. Practise phrases for celebrating achievements, staying motivated, and making progress step by step. - Waa'ee milkaa'ina bakka hojii xiqqoo iyyuu taatu kabajachuu irraa dubbachuun afaan Inglishii bu'a qabeessa barattu. Jechoota kanneen kabajachuu(celebrating), milkaa'ina (achievements,) jajjabina qabaachuu ( staying motivated), fi sadarkaa...
7 min
10 March 2026
How public and community housing works in Australia - Australia keessatti Mannee ummataa fi manneen hawaasaa akkamitti hojjeta -Australia Explained
In Australia, government-subsidised rental housing is available for eligible households. Assessment is based on need under criteria that vary depending on your state or territory. Here’s what to expect when applying for different types of housing assistance, some common myths around social housing and where to reach out for help. - Australia keessatti, manneen kiraa mootummaan deeggaramu maatii...
14 min
04 March 2026
More than style: How First Nations fashion is growing in Australia - Style irra caala: Fashinni Saboota Duraa Australia keessatti hagam guddataa jira- Australia Explained
If you’ve spent any time in Australia, you’ve probably noticed how relaxed the style is. You might notice activewear, surf brands and casual clothes everywhere. But there’s another side to Australian fashion. Aboriginal and Torres Strait Islander designers have been creating clothes and accessories for thousands of years — and that work is very much alive today. You’ll see it on runways, in...
11 min